YoursTech

YoursTech YoursTech – Innovate. Digitize. Grow

Website fi Aplication ni hojjanna, tajaajila gabaa dijitala fi AI ni kennina.
(2)

akkasuma barnoota teknolojii afaan oromoon ni barsiifna.
🌐 iddo barnootaa: www.yourstech.academy
πŸ“ž telegram: +201505724550

08/08/2026
07/08/2026

addunyaa irratti namooonni dhiibbaa uumuu danda'anii fi kalaqa adda addaa hojjatan hedduun namoota gaaffii gaafatanii fi deebii argachuuf ofirratti hojjataniidha. πŸ‘‡πŸ‘‡

06/08/2026

YoursTech Academy irratti Fullstack website development barachuu jechuun websaayitoota 4 jechunis, website porstfolio keessa, website daldalaa, siistamoota projektoota adda addaa lama, ka guutuun guututti hojjatu shaakalaa barachuun xumura irrattis website faayidaa irra oolu sartafikeeta international waliin qabattanii baatu!

05/08/2026

waa'ee Softweerii AutoCAD asii ilaalaa

04/08/2026

haala qabatamaa step 3 kana hordofuun videolee AI afaan oromoon haala itti hojjatamu kutaa1ffaa isaa video kana irraa ilaalaa! isin fayyada waan ta'eef save godhachuun share waliif taasisaa!

instructor dedefo hamid

03/08/2026

faayidaa digital marketer ta'uun qabu

02/08/2026

ogummaa humna cimaa qabu...share gochuun waliif qoodaa

01/08/2026

sa'aatii 24 qofatu hafa! koorsii tokko bitachuun - koorsii computer basic skills bilisaan argadhaa.

31/07/2026

telegrami eenyutu hojjate? rakkoo maalii furuuf hojjatame?
seenaa gabaabaa abbaa kalaqaa fi hundeessaa Telegram kan ta'e waa'ee Pavel Durov video kana irraa dhageeffadhaa, akkasuma namoota birootiifis share godhaa.

koorsii Bilisaa by YoursTech Academy LLC itti fayyadamaa
30/07/2026

koorsii Bilisaa by YoursTech Academy LLC itti fayyadamaa

Koorsii Bilisaa

YoursTech Academy'n Koorsii Ogummaa Koompitaraa/Computer Basic Skills har'a irraa kaasee namoota koorsiiwwan teeknolojii bitatan kamiifuu kaffaltaa malee kennuufi.

carraan kunis carraa guyyaaa 3 qofa turu waan ta'eef koorsii barnoota ogummaa teeknolojii kamuu bitachuudhaan barnoota Ogummaa kompitaraa bilisaan argadhaa isiniin jenna.

carraa kanatti fayyadamuufis "Barnoota" jedhaa nuuf barreessaa, keessaan isin qunnamnee filannoo isiniif dhiheessina.

namoota biroo carraa kanatti fayyadamuu danda'an biraan gahuufis Like fi Share gochuu hin dagatinaa.

Galatoomaa
CARRAA GAARII ISINIIF HAA TA'U.

YoursTech Academy LLC - iddoo ogummaawwan dijitaalaa!

fans

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when YoursTech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share