InfoShare#

InfoShare# take time to hear

  Result Ministeerri Barnootaa bu'aan qormaata bahiinsaa biyyoolessaa gara yunivarsiitiiwwanii maratti argameera jedhe.B...
14/02/2025

Result

Ministeerri Barnootaa bu'aan qormaata bahiinsaa biyyoolessaa gara yunivarsiitiiwwanii maratti argameera jedhe.

Barattoonni guyyaa boruu gama rejistiraara mooraa isaaniin bu’aa qormaataa isaanii kan ilaallatan ta’uu ministeerichii ibseera. Yeroo ammaa kanas bu’aan barattootaa Yuunivarsitii maraaf ergameera.

Haala oonlaayiniin barattoonni bu’aa ittiin ilaallatan haga ammaatti wanti ifa ta’e kan hin jirreefi guyyaa boruu ifa akka ta’us ni eegama!

https://www.linkedin.com/feed/
09/01/2025

https://www.linkedin.com/feed/

1 billion members | Manage your professional identity. Build and engage with your professional network. Access knowledge, insights and opportunities.

20/12/2024

welcome to this page!

Address

Jit
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when InfoShare# posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category