Daniel Tadesse

Daniel Tadesse እግዚአብሔር የርስቴ እድል ፈንታና ጽዋዬ ነው፥ ዕጣዬንም የምታጠና አንተ ነህ።መዝ 15:5

Roobni Guyyaa  kana bu'e qonnaan bulaa kan garaa ciibse ta'uu hin shakku.Galanni WaaqayyoofGalanni kakuu dhiifamaa Qulqu...
23/07/2026

Roobni Guyyaa kana bu'e qonnaan bulaa kan garaa ciibse ta'uu hin shakku.

Galanni Waaqayyoof
Galanni kakuu dhiifamaa Qulqulleetti Kidaanamihiretiif haa ta'u Ameenn

Mana Kiristaanaa Qulqulleetti Kidanamihiretii Adamaa

OMG Baga Gammadde Engineer Dn Abayinaa Albe qara lamaa hiriyaa kutaa 9ffaa kaasnee waliin turre nama addaa sin dinqisiif...
27/06/2026

OMG
Baga Gammadde Engineer Dn Abayinaa Albe qara lamaa hiriyaa kutaa 9ffaa kaasnee waliin turre nama addaa sin dinqisiifadha.

Congratulations 🎉

---------ምሳሌ 18:22---------Dubartoonni eebba dhiirootaaf uumaman dhugummattiYoo beekte Dubartii tuffachuu fi miidhuu dhi...
25/06/2026

---------ምሳሌ 18:22---------

Dubartoonni eebba dhiirootaaf uumaman dhugummatti

Yoo beekte Dubartii tuffachuu fi miidhuu dhiisi afuurummaan jabeessi ni eebbifamtaa.

Kadhannaan kee waa baay'ee na ceesise.Na faana taatee gatii kaffalteerta.

Galata Qabda🙏🙏🙏

Dammoo hin rifatinaa 🥰🥰🥰

Dadhabbiin maatii guddaadha osoo hin baratin kan nu barsiisaniif Galanni ni mala 🙏
24/06/2026

Dadhabbiin maatii guddaadha osoo hin baratin kan nu barsiisaniif Galanni ni mala 🙏

Maal jedheen dubbadha yaa haadha kooMalaan himee fixee ani waa'ee keeMaal jedheen dubbadha yaa haadha kooMalaan himee fi...
23/06/2026

Maal jedheen dubbadha yaa haadha koo

Malaan himee fixee ani waa'ee kee

Maal jedheen dubbadha yaa haadha koo

Malaan himee fixee ani oolmaa kee
Nyaataf dhugaatii kooti anaaf maqaan kee (x2)
-------------------++++++++++++
Na cinaa turte yeroo hubdaa Qulqulleetti Kidnamiret
yaamee maqaa eshii hin beeku qaana'ee

Galannu siif yaa ta'u🙏

Bu'aa Bahii nuffisiisaa fi qoruumsa baay'ee gidduutti na wajjiin ta'uun kanaan kan na geesse Yaa Waaqayyo Galanni siif h...
20/06/2026

Bu'aa Bahii nuffisiisaa fi qoruumsa baay'ee gidduutti na wajjiin ta'uun kanaan kan na geesse Yaa Waaqayyo Galanni siif haa ta'u.

/26


Address

ASTU
Adama

Telephone

+251979046462

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daniel Tadesse posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Daniel Tadesse:

Shortcuts

Share