Jabaa Electronics

Jabaa Electronics Hojii kootti yeroo hunda of kennuun, haala sirrii fi Ammayyaa ta’een tajaajila gaarii ummataaf dhiyeessuun waan na gammachiisu keessaa isa guddaadha.

Your Trusted Electronics shop in Addis Ababa.
🖥️Desktop | 💻Laptop | 🖨️Printer | 📺Smart TV | 📱Phone | 📷Camera | 🎹Keyboard | 🎛️Montarbo | 👁️‍🗨️Security Camera & Accessories

📍Finfinnee Bole Medhanialem, Oromia Tower.
☎️0911145101 / 0911717986 ABOUT US
Ani maamila tajaajiluun jaaladha, hojii kootti xiyyeeffachuu fi bu’aa qabatamaa argamsiisuuf tattaaffii guddaa agarsiisuun ogummaa Business Manager ta

’een hojjachaa jira. Dhaabbanni koo Jabaa Electronics jedhamu osoo xinnaatee hin turin, kaayyoo ifa ta’e fi mul’ata dheeraa qabaachuun hundaa’e. Tajaajila gurgurtaa meeshalee elektirooniksii, kanneen akka:

� Moobaayila ammayyaa,
� Kompitaraa,
� Maashinoota elektirooniksii mana keessatti itti fayyadamuuf oolan,
� Meeshaalee tamsaasa sagantaa (Accessories), fi kanneen biroos hojii keenya keessatti hammata. Jabaa Electronics keessatti tajaajilli nuti kenninu adda durummaan qulqullina, ammanaamummaa, fi tajaajila maamila kabaju irratti hundaa’a. Maamiltoonni keenya waan haaraa barbaadan akka argatan gochuu, isaaniif odeeffannoo sirrii kennuu fi rakkoo tajaajila keessatti mudatu furuun akeeka hojii keenyaa keessaa isa jalqabaa dha. Xiyyeeffannaan koo guddaan hojii kana babal’isuu fi gabaa keessa muuxannoo adda ta’e uumuu irratti kan fuulleffate. Yeroo hunda carraa haaraa keessa seenuu, haala gurgurtaa fooyya’ee fi tajaajila maamilaa sadarkaa ol’aanaa ta’e dhiyeessuun dhaabbata keenya gara sadarkaa biraatti ol guddisuuf hojjachaa jira. Kaayyoon keenya waggaa dhufaniif:
Jabaa Electronics gara dhaabbata elektirooniksii sadarkaa ol’aanaa, amanamoo fi beekamtii qabu ta’ee, Guutuu Ganfa Afrikaatti beekamaa taasisuu. Kana mirkaneessuuf hojjettoota gahumsa qaban, tarsiimoo ammayyaa, fi tajaajila qulqullina qabu irratti hojjachuun itti fufa. Jabaa Electronics – Bakka tajaajilli gaarii fi qulqullinni walitti dhiyaatan.

� Location: Ethiopia
� Phone: 0911145101
� Website: jabaaelectronics.com
� Email: [email protected]
�: Finfinnee Bole Medhanialem Oromia Tower

Tapha har'a galgala 12:00 irratti taphatamu kana 🔥 Arsenal 🆚 Crystal Palace Football Club🔥 Eenyutu injifata?🏢 Jabaa Elec...
24/05/2026

Tapha har'a galgala 12:00 irratti taphatamu kana 🔥 Arsenal 🆚 Crystal Palace Football Club🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

Tilmaamaa badhaafamaan keenya; tapha yeroo darbe Arsenal Vs Burnley gidduutti adeemsifee tureen Arsenal 1:0 dhaan injifa...
22/05/2026

Tilmaamaa badhaafamaan keenya; tapha yeroo darbe Arsenal Vs Burnley gidduutti adeemsifee tureen Arsenal 1:0 dhaan injifate irratti namoonni dursanii tilmaamanii fi ulaagaa nuti keenye raawwachuun argaman saden isaan gadii kanadha.

1. Waaqish Ilma Angafticha • 10m
2. Milkíí Løv • 11m
3. Guyo Galgalo Golicha • 11m

Isaan kun karaa inbox nu quunnamaa badhaasa keessan fudhadhaa.

Hub:
Namoonni tilmaamanii argatan hedduudha. Kanneen dursanii tilmaamanii fi Ulaagaa guutan isaan amma maxxansinedha. Hedduun keessan argattaniittu garuu sababa share hin goonee fi namoonni kunniin sin dursaniif badhaafamaa marsaa kanaa hin taane. Marsaa itti Aanu yaalaa, galatoomaa👏
Meeshalee Keenya:

• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa Saffisaa qabna!
Jabaa Electronics

Baga gammaddan deeggartoonni Arsenal marti 🤗
19/05/2026

Baga gammaddan deeggartoonni Arsenal marti 🤗

Tapha har'a galgala 03:30 irratti taphatamu kana 🔥 Manchester City 🆚 AFC Bournemouth🔥 Eenyutu injifata?🏢 Jabaa Electroni...
19/05/2026

Tapha har'a galgala 03:30 irratti taphatamu kana 🔥 Manchester City 🆚 AFC Bournemouth🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

Jabaa Electronics Home of Smart & Original DevicesBRAND NEW   17 Pro MaxSIM status eSIM Storage:- 256GB & 512GBPrice☎️Ja...
19/05/2026

Jabaa Electronics
Home of Smart & Original Devices
BRAND NEW 17 Pro Max
SIM status eSIM
Storage:- 256GB & 512GB

Price☎️
Jabaa Electronics

0911145101

Taphichi dursummaa Arsenal dhaan golabamee jira baga gammaddan dinqisiifattoonni fi jaalattoonnisaa 😍👏1:0Tilmaamaa badha...
18/05/2026

Taphichi dursummaa Arsenal dhaan golabamee jira baga gammaddan dinqisiifattoonni fi jaalattoonnisaa 😍👏

1:0
Tilmaamaa badhaafamaa keessan bor ganama adda baafnee sin biraan geenya!
Jabaa Electronics

🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA! Qarshii 3,000! 💰Tapha cimaa har’a sa’aatii 4:00 irratti ARSENAL fi BURNLEY gidduutti taphatamu ...
18/05/2026

🏆 TILMAAMAA BADHAAFAMAA! Qarshii 3,000! 💰

Tapha cimaa har’a sa’aatii 4:00 irratti ARSENAL fi BURNLEY gidduutti taphatamu tilmaamuun badhaafamaa ta'aa! Namoota tilmaama sirrii kennan keessaa carroomtota 3'f tokkoo tokkoo isaaniif Qarshii 1,000 ni badhaafna.

📌 Ulaagaalee Dorgommichaa:
1️⃣ Share & Follow: Post kana Like fi Share godhaa, akkasumas Page keenya Follow gochuu hin irraanfatinaa.
2️⃣ Seera: Tilmaama keessan 'Edit' gochuun ykn si'a tokkoo ol tilmaamuun dorgommicha irraa isin haqsiisa.

⚠️ Hubachiisa: Badhaafamuuf ulaagaalee kana hunda guutuun dirqama!

🌟 JABAA ELECTRONICS 🔌

Meeshaalee Elektirooniksii 'Original' ta'an wabii (Warranty) amansiisaa waliin gatii madaalawaan isiniif dhiyeessina.
🛒 Meeshalee Nuti Dhiyeessinu Keessaa:
• 💻 Laptops: HP, Dell, Lenovo
• 📱 Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
• 📺 Smart TV: LG, Samsung, Syinix
• 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa (Delivery) saffisaa bakka jirtanitti isiniif dhiyeessina!
📍 Teessoo: Boolee Madaaniyalem, Oromia Tower.
📞 Bilbila: +251 91 114 5101
🍀

Tilmaamaa Badhaafamaa Arsenal fi Burnley Bor Isiniif Gadhiifama! Share Share waliif godhaa!Jabaa Electronics
17/05/2026

Tilmaamaa Badhaafamaa Arsenal fi Burnley Bor Isiniif Gadhiifama! Share Share waliif godhaa!
Jabaa Electronics

Tapha har'a guyyaa 08:30 Irratti taphatamu kana 🔥 Manchester United 🆚 Nottingham Forest 🔥 Eenyutu injifata?🏢 Jabaa Elect...
17/05/2026

Tapha har'a guyyaa 08:30 Irratti taphatamu kana 🔥 Manchester United 🆚 Nottingham Forest 🔥 Eenyutu injifata?

🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

Badhaafamtoota keenya biraan badhaasa dhaqqabsiifnee jirra, Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa.🙏Namni tokko ammayyu...
17/05/2026

Badhaafamtoota keenya biraan badhaasa dhaqqabsiifnee jirra, Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa.🙏

Namni tokko ammayyuu nu hin quunnamin jira!
🏢 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
📍 Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
📞 Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

iPhone 17 Pro Max Storage:-256GB / 512GB,💥Discount baay'ee gaariidhaan nu biraa argattu,   /Teesson : Boolee galma barku...
17/05/2026

iPhone 17 Pro Max Storage:-256GB / 512GB,💥
Discount baay'ee gaariidhaan nu biraa argattu, /Teesson : Boolee galma barkumee duuba Gamoo Oromiyaa irratti argamna.
Jabaa Electronics
0911145101
0911717986

Address

Finfinne Bole Medhanealem, Oromia Tower
Addis Ababa
1000

Telephone

+251910229652

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jabaa Electronics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jabaa Electronics:

Share