Odaa Electronics

Odaa Electronics Soon!
☎️ 0911430007
Website https://Odaatrading.com
(9)

Original Electronics Supplier, 1yr Warranty
📲SmartPhones __💻Laptop,
🖥️Desktops __🖨️Printer & Others
Location/Branches
1) A.A /Finfinne/ Bole
2) A.A Piassa/Birbirsa Gooroo
3) Shashamanne
4) Adama ..

16/08/2026

Fake iPhone 😃 or What😞

  (Clone/Fake)/Gowwoomsaa/ Kuni qaama biraatiin ykn nama dhuunfaatiin Kan irri keessi isaa fakkeeffamee qaama/Hardware G...
16/08/2026

(Clone/Fake)/Gowwoomsaa/ Kuni qaama biraatiin ykn nama dhuunfaatiin Kan irri keessi isaa fakkeeffamee qaama/Hardware Gatiin gadi bu'aa irraa oomishama, software isaas fakkeeffamee hojjetama malee Android ykn iOS sirrii miti! Iskitiinii fi Kaameraa gadi bu'aa akkasumas App store ykn Play store Sirrii hin taane fayyadama! Kunis Hakerootaaf nama saaxila!
/Irra deebi'ee kan Hojjetame/:
Kuni Bilbiluma Dhaabbanni sirriin Oomishe dha! /Real, original phones (often used, repaired, or old stock) Suphamanii qulqulleeffamanii gabaaf dhihaatani dha. Sooftware isaaniis isuma sirriidha/Run normal, official operating systems because the phone inside is real.
Qulqullina/Quality: Kuni bilbilaa irraa bilbilatti garaa garummaa qaba, Kaan Battery 🔋, kaan iskiriinii fi kaan qaamota biroo kan Kaampaanii jalqabaa irraa hin taaneen waan bakka bu'aniif addaa addummaa godhatu! Imei duubaaf keessaas yeroo baay'ee garaa gara ta'a! Walumaa gala qaamni isaanii haareffamee waan ba'uuf ni bareedu, Namoonni gariinis HAARAA jedhanii gurguru, bitu... Garuu haaraa miti, Rakkoo dhokataa tokko akka qaban beekamaa dha!

Quluqulluu(Haaraa)/Original (Brand New) Kuni kan Dhaabbanni Sirriin Oomishe dha fkn Apple, Samsung, or Google), fi Eenyummaan dhaabbatichaa sirriin irra jiru dha. Waanti Hundumtuu akkuma ba'etti kan jiru dha.
Haaraan isaanii haaraa sirrii dha.
Kan Hojjete/Used/ isaas Qaamni isaa hojjechuu irraa kan hafe keessii fi Qaamni isaa kanuma Kaampaanii jalqabaa waan ta’eef isa haaraa waliin hojii irratti gahumsa wal qixa qaba.

Dilbata Gaarii!

By Soressa Dame

Odaa Electronics

16/08/2026

Garaa Garummaan Bilbila fi Maali? Kamtu Oomisha isa Sirrii (Original)tti dhihaata? Hubannoomaaf...
Odaa Electronics

16/08/2026

Bilbiloota Amma Gurguraman Keessaa Kan Nutis 100% kan itti Quufnu Warra 2024 asitti Oomishaman Qofa! Kaan Fedha Maamilaa Eeguuf...

Brand New iPhone 17PrMx All colors available 1 year Warranty Odaa Electronics
15/08/2026

Brand New iPhone 17PrMx
All colors available
1 year Warranty
Odaa Electronics

12/08/2026

Gidiraa Sabni keenya Daangaa irraa Keessa Jiru Keessumaa Kan Dhiha Oromiyaa Amma itti Jiran Akka Malee Refaasisaa fi Badii Hamaatu Dalagamaa Jira! 😭

S24 Ultra Special Discount For tomorrow (Wednesday) only.S24 Ultra 256GB Single  SIM + eSIM ...120,000S24 Ultra 256GB Du...
11/08/2026

S24 Ultra Special Discount For tomorrow (Wednesday) only.

S24 Ultra 256GB Single SIM + eSIM ...120,000
S24 Ultra 256GB Dual SIM ...132,000

Waggaa 5  Alex Taye Badhaasa Odaa Electronics irraa... 😃Jijjiirama!😃Map Fayyadami!Guutuu isaa 👇👇👇
10/08/2026

Waggaa 5 Alex Taye Badhaasa Odaa Electronics irraa... 😃Jijjiirama!😃
Map Fayyadami!

Guutuu isaa 👇👇👇

Badhaasa Marsaa 3ffaa fi Maamiloota@Egere

iPhone 17ProMax (Brand New)Non Active  USA 🇺🇸  M***LL/AStorage 256GB Color Silver, Orange 🍊 & Blue 🔵Price 243,000Europea...
10/08/2026

iPhone 17ProMax (Brand New)
Non Active USA 🇺🇸 M***LL/A
Storage 256GB
Color Silver, Orange 🍊 & Blue 🔵

Price 243,000

European eSIM 237,000

Physical SIM+eSIM... 265,000

Odaa Electronics
0911430007

Bilbiloota Jijjiirraadhaan galan babbareedaa hedduu qabna!Odaa Electronics 📞0911430007
09/08/2026

Bilbiloota Jijjiirraadhaan galan babbareedaa hedduu qabna!
Odaa Electronics
📞0911430007

Address

Finfinne Bole, Airport, Oromia Tower
Addis Ababa
1001

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Electronics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Odaa Electronics:

Shortcuts

Share

Category