Alped

Alped Telegram t.me/alpedOfficial

๐ŸŒŸ Alped : Maamiltoota keessan dachaa lamaan guddisuun, Mul'ata keessan dhugoomsuun hojii keenya!๐Ÿš€ Miidiyaa hawaasaa, giraafiksii fi viidiyoo fayyadamuun maamiltoota keessanii parsanta 50% guddisuun isin adda taasisudha.

๐ŸŽ‰ ๐—ฃ๐—ข๐—ข๐—ฆ๐—ง๐—˜๐—ฅ๐—” ๐—”๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ โ€“ Torbee Tokkoof Qofaa! ๐Ÿ’ฐ ๐—ค๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐Ÿญ๐Ÿฑ๐Ÿฌ ๐—ค๐—ผ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป โœ”๏ธ โœจ ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ฃ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐˜๐—ฎ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ!...
23/08/2025

๐ŸŽ‰ ๐—ฃ๐—ข๐—ข๐—ฆ๐—ง๐—˜๐—ฅ๐—” ๐—”๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ โ€“ Torbee Tokkoof Qofaa!
๐Ÿ’ฐ ๐—ค๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐Ÿญ๐Ÿฑ๐Ÿฌ ๐—ค๐—ผ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป โœ”๏ธ
โœจ ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ฃ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐˜๐—ฎ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ!

๐Ÿ“ฆ Poostera keessan haala ajaa'iban siinii qopheessina โ€” ๐˜€๐—ฎโ€™๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ ๐Ÿ hanga ๐Ÿ‘ keessatti hojjannee siniif erginaa. Sirreeffama fi gulaallii dabalata waliin.

๐Ÿ“ž Amma Nuuf Bilbilaa โ€” Poster Keessan argadhaa! โ˜Ž๏ธ
0978384034

Sagalee tajaajila keessanni
03/04/2025

Sagalee tajaajila keessanni

27/12/2024
โœจ Viidiyoo Keessan Dachaan Guddisaa, Dizaayinii Ija Namaa Hawwataniin! โœจ๐Ÿ””Mul'annii keessan, Dizaayinii keenya! ๐Ÿ“ขViidiyoo...
22/12/2024

โœจ Viidiyoo Keessan Dachaan Guddisaa, Dizaayinii Ija Namaa Hawwataniin! โœจ

๐Ÿ””Mul'annii keessan, Dizaayinii keenya!

๐Ÿ“ขViidiyoonni keessan โ€œilaalcha viidiyoo ykn dawwanaa viidiyoo ykn viewโ€ danuu argachuu qabaa, โ€œDizaayiniin ykn Thumbnailโ€ immoo furtuudha! AlpeD Agency dizaayinoota ija namaa hawwataan kan daawwattoota gara viidiyoo keessaniitti harkisanii fi guddina chaanaalii keessaniif tarkaanfii jalqabaa fudhadhaa! ๐Ÿš€๐Ÿš€

โœ…Viidiyoota chaanaalii keessaniif ilaalcha dawwattoota dabaluuf nuquunama.๐Ÿ“ž๐Ÿ’ฌ

๐ŸŽจDizaayinii ykn Thumbnail Adda Taโ€™een Dawwattoota Viidiyoo Keessanitti Hawwadhaaโœจโ—Mul'ata Addaa Keessan, Argama Viidiyoo...
16/12/2024

๐ŸŽจDizaayinii ykn Thumbnail Adda Taโ€™een Dawwattoota Viidiyoo Keessanitti Hawwadhaaโœจ

โ—Mul'ata Addaa Keessan, Argama Viidiyoo Addaa Waliin!๐Ÿ’ก

Milkaa'inni keessan ergama keenya! ๐Ÿš€ Dizaayinoota keenya AlpeD Agency tiin, Hirmaannaa dawattoota keessan ๐Ÿ“ˆ ni guddifnaa, Dorgomtoota ๐Ÿ† keessan irraa adda siin gochuu, Akkasumas dawwatoota keessan saffisaan guddifnaa๐ŸŽฏ.

โœ…Viidiyoota chaanaalii keessaniif ilaalcha dawwattoota dabaluuf nuquunama.๐Ÿ“ž๐Ÿ’ฌ

๐Ÿš€ Dizaayinii Ajaa'ibsiisaatin Chaanaalii Keessan Jijjiira!๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ด Argama YouTube Keessan Dizaayiniin Mulโ€™isaa! ๐ŸŽฅโœจDizaayinii y...
15/12/2024

๐Ÿš€ Dizaayinii Ajaa'ibsiisaatin Chaanaalii Keessan Jijjiira!๐Ÿ”ฅ

๐Ÿ”ด Argama YouTube Keessan Dizaayiniin Mulโ€™isaa! ๐ŸŽฅโœจ

Dizaayinii ykn Thumbnail ija namaa hawwataniin, aartii ykn baanarii chaanaalii keessanif dizaayinoota sadarkaa pro-level argadhaa. Ejensiin AlpeD tiin vizuwalii xiyyeeffannoo harkisuu fi hirmaannaa fiduu dandaโ€™uu ni dhiyeesinaa. ๐Ÿ”ฅ

โœ…Viidiyoota chaanaalii keessaniif ilaalcha dawwattoota dabaluuf fi odeefannoo dabalataaf nuquunama.๐Ÿ“ž๐Ÿ’ฌ

๐ŸŒŸ Meediyaa Karaa Keenyaan Eegalaa! ๐ŸŒŸHogganoota waldaa kiristaanaa hundaaf! ๐Ÿ“ฃ Ergaa keessan gara addunyaatti babal'ifachu...
05/10/2024

๐ŸŒŸ Meediyaa Karaa Keenyaan Eegalaa! ๐ŸŒŸ

Hogganoota waldaa kiristaanaa hundaaf! ๐Ÿ“ฃ Ergaa keessan gara addunyaatti babal'ifachuuf qophiidhaa?

Nuyi Alped ,
waldoota kiristaanaa deeggaruun ergaa isaanii balโ€™inaan babalโ€™isuuf gargaaraa jirra. Iddootti hawaasa keessanitti siqachuuf, toorota miidiyaa hawaasaa nama hawatan irraa hanga viidiyoo toora duraa fi qophaaโ€™ina weebsaayitii ammayyaawaatti hundaa isiniif qopheessina.

Maaliif nu waliin hojjachuu qabdu?
โœ… Tarsiimoo dijitaalaa waldaalee kiristaanaa irratti xiyyeeffate
โœ… Qophaaโ€™ina viidiyoo fi dizaayinii qulqullina olโ€™aanaa qabu
โœ… Bulchiinsa miidiyaa hawaasaa dabalataa nama hawatu
โœ… Misooma weebsaayitii amantaa keessan agarsiisu

Gara sadarkaa itti aanuutti waldaan keessan akka ceโ€™uuf yeroo ammaa hojjechuu eegalaa. ๐ŸŒ

Waliin haa hojjannu, hojii mootummaa Waaqayyoo Addunyaaf maraaf haa hojjannu!

Amma nu qunnamaa, Nuyi yeroodhaf tajaajilloota murtaa'anif qoofa waajin hojjeena.

๐Ÿ“ž0978384034
telegram:- alped_tg

๐Ÿš€ Miidiyaa Hawaasaan Tajaajila Keessan Isinii Beeksifna! ๐Ÿš€Alped Dhabbilee Gurguddoo fi Gidduu Galeessaf Tajaajila Beeksi...
09/09/2024

๐Ÿš€ Miidiyaa Hawaasaan Tajaajila Keessan Isinii Beeksifna! ๐Ÿš€

Alped Dhabbilee Gurguddoo fi Gidduu Galeessaf Tajaajila Beeksisa Miidiyaa Kennuun Yeroo Murtaa'e Keessattii Parsantaa Digdamaan (20%) Guddinaa Dhabbataa isaaniifi fi Galii Isaani Guddisaa Turree, Ammaa Immoo Dhabbatoota Murtaa'anif "Beeksisa Miidiyaa Hawaasaa" Hojjeechuf Qophii Keenya Xumurree Jirraa.

Maaltu Addaa Nugoodha?

โœจ Milkaa'ina Mirkanaa'e: Maamiltoonni keenya tajaajila isaanii fi gurgurtaan isaanii Miidiyaa Hawaasan Guddisuu. โœจ

Wabii Balaa Bilisa: Ofittii amanamuuman keenya hojii keenya ibsa. Maamiltoottin keenya dhaabbattini isaanii parsantaa digdamaan guddinaa agarsiisu baanan, dirqama kanfaltii parsataa 50% hin qaban.โœจ

Garee Ogeessotaa: Gareen keenya ogeessota miidiyaa hawaasaa milkaa'ina keessaniif qophii isaani xummurani jiru.

Tarkaanfii jalqabaa gara guddinaa miidiyaa hawaasaa keessanii jijjiiruuf yeroon isaa ammaadha. Har'a nu qunnamaa!

๐Ÿ“ž [Lakkoofsa Bilbilaa Keessan: 0979384034] irratti nuuf bilbilaa ๐Ÿ“ง [telegram keenya: ] irratti nuu qunnamaa.

Alped bakka milkaaโ€™inni keessan ergama keenya taโ€™etti. ๐Ÿ“ˆ๐ŸŒฑ๐Ÿš€

Address

Ethiopia, Oromia
Guder
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alped posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share