06/09/2018
Beeksisa Carraa Hojii
Oromiyaa Miidiyaa Network ( OMN )
■□■□■□■□■□■□■□■□■□■□■□■□■□
Rippoorteroota godinaalee Oromiyaa addaa addaa irra socho’anii hojjetan miindeessuu barbaada.
: Ripoorteera
'ina nama barbaadamuu : sagal (9)
1.Yaada Oduuf tahu uumuu
2.Oduu hojjechuuf hojii qorannoo hojjechuu
3.Odeeffannoo oduu walitti qabuufi hojiiwwan walitti hidhatan hojjechuu
4.Iskiriiptii akkaataa qilleensarra ooluu danda’uun barreessuufi gulaaluu
5.Hojii tamsaasaa keessatti gulaaltota gargaaruu
Dandeettii
□ Media studies
● Journalism
◇ Communication,
◆ media management
♧Afaan Oromoo digrii lammaffaa (MA) gaazexeessummaa biroodkaastii keessatti oduu gabaasuu, gulaaluufi qopheessuudhaanyoo xiqqaate muuxannoo waggaa tokkoo kan qabu.
▶▶Dandeettii Afaan Oromoo dubbachuu, dubbisuufi barreessuu kan qabu.
♣Miidiyaa Afaan Oromoo keessatti kan hojjete ni filatama.
★Media studies, gaazexeessummaafi komiyunikeeshinii digrii jalqabaa (BA) fi gaazexeessummaabiroodkaastii keessatti oduu gabaasuu, gulaaluufi qopheessuudhaanyoo xiqqaate muuxannoo waggaa sadii kan qabu. Dandeettii Afaan Oromoo dubbachuu, dubbisuufi barreessuu kan qabu. Miidiyaa Afaan Oromoo keessatti kan hojjete ni filatama.
•Dandeettiiwwan akka viidiyoo waraabuu fi gulaaluu, meeshaalee gaazexeessummaatti fayyadamuu akkasumas Afaanota adda addaatti dhimma bahuu danda’uun ni filatama.
Adeemsi qacarri keenyaa qormaata calallii garaa garaa akka qabu isin hubachiifna
● Miindaa: Waliigalteen
▶Guyyaa Galmee: Fulbaana 04-10, bara 2011 ALItti
◆Akkaataa Galmee: Dokimeentii keessan scan gochuudhaan karaa Email keenya: [email protected] erguudhaan galmaa'uu ni dandeessu!Iyyata kan keessummeessinu karaa Iimeelii olitti heerame qofa ta’uu cimsinee isin beeksifna.