09/10/2025
Ai Maali?
π€ fayyadamuun dalagaa online garaagaraa salphifachuuf akkasumas tti gargaaramuun maallaqa online hojjechuun duratti dhumti maal akka ta'e sirriitti beekuu fi hubachuun hedduu barbaachisaadha.
β‘οΈ Kanaaf egaa sadarkaa teeknooloojii addunyaan guyyaa har'aa irra geessee jirtu kana walqabsiisuun waayee maalummaa akkasumas akkaataa inni itti hojjetu fi wantoota kanaan walqabatan irratti course an isiniif qopheessee jiru kun baayyee tokko sin gargaara. YEROONIS amma waan ta'eef itti fayyadamaa.
π What is AI? π€ Beginners Full Artificial Intelligence Course | Learn AI Step by Step (in English + Afaan Oromo) | Ai Dirqama Amman Tana Barachuu Qabdu. We...