Oromnet Software and Application Development PLC

Oromnet Software and Application Development PLC Oromnet Software and Application Development PLC

27/08/2017

Appi Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.OromNet.Afaan_Oromoo.Barumsa

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa, install godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!

Please rate our app in the Google Play store.

Thank you for downloading,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemtie, Ethiopia

09/06/2017
ስለ ስኬት ማወቅ ያለብዎት? የስኬት መሠረታዊ ነጥቦችhttps://www.youtube.com/watch?v=mcK3eBKGioshttps://play.google.com/store/apps/details?i...
11/05/2017

ስለ ስኬት ማወቅ ያለብዎት? የስኬት መሠረታዊ ነጥቦች

https://www.youtube.com/watch?v=mcK3eBKGios

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromnet.success.tips

ብዙዋቻችን የተሳካለት ሰው ለመሆን እንፈልጋለን ብዙም መንገዶችን ሞክረን ሊሆን ይችላለ የተሳካለንም ያልተሳካልንም ልንኖር እንችላለን ታድያ የተሳካልን ልምዳችንን በመጠቀም ወደተሻለ ስኬት መገስገስ እንችላለን ያልተሳካልን ደግሞ ከተሳካላቸው ሰዎች ለን...

Address

Nekemtie
Nekemt

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromnet Software and Application Development PLC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share