22/10/2026
π¨ Dizaayiniin hundi seenaa mataa isaa qaba. Halluun hundi miira qaba. Bal'inni hundi immoo jaalala hojii kalaqaatiif qabu calaqqisiisa. β€οΈβπ₯
π TAJAAJILAAWWAN ANI KENNUN:
β
Dizaayinii poostera muuziqaa
β
Dizaayinii YouTube Thumbnail
β
Dizaayinii Logo fi eenyummaa maqaa daldalaa
β
Gulaallii fi bareechina suuraa
β
Dizaayinii miidiyaa hawaasaa
β
Dizaayinii beeksisaa fi piroomoo-shinii
πΌ Yaada kee gara hojii bareedaatti jijjiiruun hojii koo ti! π€π₯
π© Hojii na ajajachuuf ykn waliin hojjechuuf ergaa dhuunfaa (Inbox) naaf ergaa.
π Namoota hojii koo deeggartan hundaaf galatoomaa! Deeggarsi keessan humna koo ti. β€οΈ