Odeeffannoo biyyoolessaa

Odeeffannoo biyyoolessaa Peejii f/b keenya Odeeffannoo siyasaa fi tattewwani Teknologii addunyaa kan irratti beekuuf peejii k

Appilikeeshinii bareedaa lakkoofsa bilbilaa galchuu qofaan bakka namoonni jiran beekuuf nu dandeessisu, keessattuu ijool...
29/01/2025

Appilikeeshinii bareedaa lakkoofsa bilbilaa galchuu qofaan bakka namoonni jiran beekuuf nu dandeessisu, keessattuu ijoollee keenya; Haala namoota jaallannu fi miseensonni maatii keenyaa yeroo isaan nu irraa fagaatan hordofuun furmaata guutuudha
Appicha buufachuuf
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://ethioblog.mvacancy.com/index.php/2025/01/10/geozilla-find-my-family/
Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilitie

Ibidda galgala kana naannoo sa'aatii 1:15 - 1:20 Kibba Oromiyaa Godina Boorana Liiban fi Godina Boorana Dirreetti mullat...
09/01/2025

Ibidda galgala kana naannoo sa'aatii 1:15 - 1:20 Kibba Oromiyaa Godina Boorana Liiban fi Godina Boorana Dirreetti mullate. Ibiddii kun Waaqa keessa sarbisaa dabruu malee bu'icha namuu hin himu.
Yaa rabbii koo

Oromoota miliyoonaa 50 keessa JAWAARMOHAMMED nama tokko. Seenaa inni hojjateaddunyaatu ragaa baahafii Garuu oromoonmiliy...
12/08/2020

Oromoota miliyoonaa 50 keessa JAWAAR
MOHAMMED nama tokko. Seenaa inni hojjate
addunyaatu ragaa baahafii Garuu oromoon
miliyoona 50 keessaa namoonni seenaa
hojjatanii Jawaarii fii qabsawoota oromoofi
mana hidhaatii baasu yoo dhabame salphina
sirna minilikii gadii keessa jirachuu baraa!!

Kuni tuffii moo dadhabina Biroo barumsaa Oromiyaa suura ammaa asirratti argatani kuni barumsaa satellite dish toora sate...
18/06/2020

Kuni tuffii moo dadhabina Biroo barumsaa Oromiyaa suura ammaa asirratti argatani kuni barumsaa satellite dish toora satellite NSS-12 @ 57Β° East https://www.flysat.com/nss12.php dabarfamuu yoom tun akka qajeelchaa ykn sagantaa barumsa barattoota sadarkaa giddu gala afaan ingliiz yomuu ta’u ka hafe ammoo afaan naannoo sagalii biyyattii keessaa argamun sagantaa iddilee hojatu fayyadamuun channalii barumsaa sagalii kessa channali barumsaa afaan oromooti jalqabuu akka video barnotaa hin hojjin godhu ykn rakkoo teknikaa fakkeesse yomuu afaan Amaara ni hojatu akka taajjabne waanta durii Raadiyoo irratti nuu jedhana sunii deebisuuf garee bilxiganaa ykn badhaadhina

Mee meqaa kessanitti barataa kana maqaa beektuu
18/06/2020

Mee meqaa kessanitti barataa kana maqaa beektuu

Activist Jawar Mohammed ilmaan nama dhisii bineensota bosona jalalaa qabduuf akkatti ofiiti amaatti,
05/06/2020

Activist Jawar Mohammed ilmaan nama dhisii bineensota bosona jalalaa qabduuf akkatti ofiiti amaatti,

Qorichaa Xoophiyaan Argaatee Tayyee irraattii Yaaluuf Tayyee qabuun Akkummaa ittii fufeettiijiraa eZooroo Zoroo Nummaa Q...
28/03/2020

Qorichaa Xoophiyaan Argaatee Tayyee irraattii Yaaluuf Tayyee qabuun Akkummaa ittii fufeettii
jiraa e
Zooroo Zoroo Nummaa Qabaamtaa

kunis baayyees qaanfachiisaa
19/03/2020

kunis baayyees qaanfachiisaa

Haala media Omn itoophiyaa kessatti sodatamuu akka na fakkaata
10/03/2020

Haala media Omn itoophiyaa kessatti sodatamuu akka na fakkaata

Gaazexeessaan OMN Guyo Wariyo Aba-Jirmakadhimamaa Dhaabbata Gaazexeessitoota idiladdunyaa (ICFJ) kan bara 2020 ta'ee jir...
15/02/2020

Gaazexeessaan OMN Guyo Wariyo Aba-Jirma
kadhimamaa Dhaabbata Gaazexeessitoota idil
addunyaa (ICFJ) kan bara 2020 ta'ee jira.
Dhaabbatti idil addunyaa "International center
for journalist" jedhamu Gaazexeessaa cima bara
2019 jechuun badhaasa bara 2020 godhamu ka
waggatti addunyaa irra namoota hojii miidiyaa
jajjaboo hojaatani 2f keennamuu irratti
kadhimamee. Badhaasni kun biyyaa Ameerikaa
magaala Washingtanitti sadaasa/November
2020 godhama. Kadhimamtonni badhaasa
kanaaf filataaman sagaalee uummata dabalate
ulaagalee calmaan adda bahani badhafamuu.
Hanga sanitti dookimeentaroota sadii ergi
jedhani miidhasuutti akka jirus ibseera.
1. Albuudaa dhaloota nyaate rakkoo warshaan
meedirookii laga dambii uummaata Gujii irraan
ga'ee (environment)
2. Yaa'aa booranaa dookimeentarii Wa'ee gadaa
Oromoo ka sirna Gadaa Boorana irratti
xiyyeeffatee (culture)
3. Sagaantaa "waalee dammaa" dhaabbata
miidiyaa BBC'f hojaacha ture qabate dhiyaachuf
murteesse jira.
Akkaa injjifatufii cinnaa dhabadhaa.

Jowar mahammed onnee ummata oromoo milliyoonii 50  keessa jiraa  innisi akkasuma onnee isaa keessa Oromoo jaallata kanaf...
09/02/2020

Jowar mahammed onnee ummata oromoo milliyoonii 50 keessa jiraa innisi akkasuma onnee isaa keessa Oromoo jaallata kanafu wanni fedhaan odeessa ollaan wanni takka hin fidani,

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odeeffannoo biyyoolessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share